Tarree Maqaa, Suuraa fi Ergaa Hooggantoota Paartii Badhaadhinaa Damee
Obboo Abbabba Tolchaa Dabalaa
I/G Waajjiraa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Malkaa Gafarsaa
Hoggansa cimaa fi Ilaalama Paartii gonfate horannee rakkoo bulchiinsa gaarii hundee irraa dhabamsiifne sirnaa fi paartii cimaa ni ijaarraa!!
Email: abebetolcha4@gmail.com
Obboo Hiikaa Malaakuu Abdiisaa
I/G Siyaasaa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Malkaa Gafarsaa
Yaadamaa fi Ilaalama Paartii Badhaadhinaa Lafa qabsiisuun, Itoophiyaan Addunyaa irratti Burqaa yaadama haaraa taatee akka beekamtuuf,Aarsaa barbaachisu kanfalee nan hojjedha!
Email: hikamelaku18@gmail.com
Aaddee Alamtshaay Tulluu Taddasaa
I/G Ijaarsaa Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Malkaa Gafarsaa
Gurmaa'iinsa cimaa ijaaruun guddina biyyaa nan safiissa.
Email: giftytiyyaa2016@gmail.com
